Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Kutaalee magaalaa fi aanaalee Bulchiinsa magaalaa Finfinnee hunda keessatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira.

Itiyoophiyaa magariituu, miidhagduu fi hawwattuu ijaaruun dhaloota dhufuuf dabarsina jedhan Waajjira Paartii Badhaadhinaatti Itti Gaafatamaan Hariiroo Ummataa fi idil Addunyaa Dooktar Biqilaa Hurrisaan

Dooktar Biqilaan Kutaalee hawaasaa garaagaraa waliin magaalaa Finfinneetti Biqiltuu dhaabaniiru.

Biqiltuu dhaabbate kunuunsuun misooma Bosonaa, Qonnaa fi Turizimiif oolchuu keessatti qooda keenya haa baanu jedhan Dooktar Biqilaan.

#Ashaaraa_Magariisa #Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.