Magaalaa Finfinneetti Amajjii 23 hirirrii nagaan akka gaggeeffamuuf qaamni beekamtii laate hin jiru-Komiishini Poolisii Finfinnee
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Amajjii 23 hirirrii nagaan akka gaggeeffamuuf qaamni beekamtii laate akka hin jirree Komiishinii Poolisii magaalaa Finfinnee ibseera.
Komishinichi odeeffannoon hiririchaaf beekamtiin laatameen taamsa’aa jiru sobaa ta’uu ibsa baaseen beeksiseera.
Waajjirri kantiibaa magaalaa Finfinnee dameen dhimoota bulchiinsaa xalayaa Amajjii 18, 2013 Baaldaraas Demokirasii Dhugaaf bareesseen hiririichi sababoota adda addaatin fudhatama kan hin qabne ta’uu deebii laachuu galgalchaasaa Komiishinii Poolisii Magaalaa Finfinneef beksiseera.
Ta’us hiriraa fudhatama hin qabne gaggeessuun itti gaafatummaa seeraaf kan saaxiluu ta’uu komishinichi beeksiseen Amajjii 23, 2013 qaamoleen hiriricha ni gaggeessina jechuun odeeffannicha tamsaasa jiran gochaa isaaniirra akka of qusatan yaadachiisera.
Dabalataanis odeeffannoon kun darbee hiriira gaggeessuuf qaamoleen sochii taasisaan tarkaanfiin seeraa akka irratti fudhatamuu komiishinichii beeksiseera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!