Magaalaa Cirootti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tlmaamaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2103 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Magaalaa Cirootti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tlmaamaman to’annaa jala oolaniiru.
Meeshaaleen kontiroobaandii kunneen magaalaa Dirree Dawaarra osoo gara magaalaa Adaamaatti daddabarfamaa jiranii to’annaa jala ooluu ragaan Kominikeeshinii poolisii godina Harargee Lixaarra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.