Magaalaa Cirootti haati tokko daa’imman 4 deesse
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)-Godina Harargee Lixaa magaalaa Cirootti haatii Fariyaa Shamshaddiin jedhamtu daa’imman 4 Hospitaala Cirootti deesseetti.
Haatiin kun dhiira lamaa fi dubartoota 2 dahuushee
Ispaashilitii Ulfaa fi Gadaameessaa Hospitaala Ciroo Dooktar Mahaammad Ahimad ibsaniiru.
Aadde Faariyaa fi daa’imman dhalatan haala gaariirra akka jiranii fi hordoffii taasifamaafii jiraachuu ragaan waajjira kominikeeshinii godina Harargee Lixaarra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.