Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Bulee Horaatti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Bulee Horaatti mariin nageenyaa hawaasa magaalichaa fi Aanaa Godina Gujii hunda hirmaachise gaggeeffamaa jira.

Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee, Itti Aanaa Pireezidaantii naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Geetahuun Abadiisaa dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee marii kanarratti argamaniiru.

Mariachi mata duree ‘Obbolummaa sabdanessaa nageenya waaraa fi Badhaadhina hundagaleessaaf’ jedhuun mariin gaggeeffamaa jira.

Lalisee Tasfaayee fi Maartaa Geetachootu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.