Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Baatuutti meeshaaleen Shiishaa gubaman

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Baatuutti sakatta’iinsa yeroo garaagaraa taasifameen meeshaalee Shiishaa dargaggoota badii garaagaraatiif kakasan gubateera.

Qajeelcha poolisii Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti abbaan adeemsa Nageenya mirkaneesse Bulchiinsa Magaalaa Baatuu Inspeektara olaanaa Shufeerii Badhaasoo akka jedhanitti, sakatta’iinsa yeroo garaagaraa taasifameen meeshaalee Shiishaa,Shugguxiin,uffatni seeraa fi kameraan dirree waraanaa mana dhuunfatti argaman ta’uu ibsaniiiru.

Meeshaaleen Shiishaa kunis bakka kutaan hawaasa garaagaraa argamanitti guyyaa har’aa gubachuu ragaan komikeeshinii mootummaa magaalaa Baatuurra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.