Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Baalee Gobbaatti mana jireenyaa nama dhuunfaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 3 olitti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Baalee Gobbaatti mana jireenyaa nama dhuunfaa keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 3 olitti tilmaamamu to’atamuu Waajjirri Poolisii magaalaa Gobbaa beeksiise.

Eeruu Uummataan Boondaa Hidhamaan Birrii miiliyoona 3 olitti tilmaamamu to’atamuu Itti aanaan Daayreektara Waajjira Poolisii magaalichaa saajiin olaanaan Ingidaa Amnahaa himaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.