Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Asallaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame

Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) –Magaalaa Asallaatti dargaggoota waamicha biyyaa fudhachuun Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera.

Dargaggoonni birmadummaa biyyaa eeguuf qophii ta’an Raayyaa Ittisaatti makamuu itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenyaa bulchiinsa magaalaa Asallaa obbo Shamsaddiin Mahaammad ibsaniiru.

Dargaggoonni kunneen jalaala biyyaaf qabaniin kabaja biyyaa eeguuf murannoon agarsiisan kan dinqisiifamu ta’uu dubbataniiru.

Liyaa Dhugumaatu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.