Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Ambootti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa magaalaa Ambootti mariin nageenyaa kutaalee hawaasaa adda addaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.

Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaay Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaa dabalatee hooggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi naannolee,Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, jiraattota magaalaa Amboo fi Aanaalee Godina Shawaa Lixaa marii kanarratti argamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.