Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Ambootti dandeetti hooggansa cimsuuf leenjii laatame

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)-Godina Shawaa Lixaa magaalaa Ambootti dandeetti raawwachisummaa hoggantootaa cimsuu fi muuxannoo guddina biyya Kooriyaa Kibbaa qooduuf Dooktar Chawu Shungi leenjii laataniiru.
Leenjichi hoggantoota godinichaa fi aanalee dabalatee manajimeentii sekteroota kennamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godina Shawaa Lixaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.