Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Adaamaatti Piroojektoonni garaagaraa 176 Birrii biiliyoona 6 oliin hojjetaman eebbifaman

Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Piroojektoonni garaagaraa 176 Birrii biiliyoona 6 oliin hojjetaman bakka Itti Gaafatamaan Paartii badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa argamanitti eebbifamaniiru.

Piroojektoonni bareedina magaalaa haalan dabalanii fi rakkoolee hawaasaa furan eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’uu ibsameera.

Birriin biiliyoonni 1.9 hirmaannaa ummataan kan uwwifame ta’uu himameera.

Faxxanaa Zawdeetu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.