Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Adaamaatti balaan ibiddaa warshaa Huccuu Fo’aa keessaatti ka’e to’atame

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Balaan ibiddaa Warshaa Huccuu Fo’aa ‘Elsii Addiis’ Magaalaa Adaamaatti argamu keessatti ka’e to’atamaara.

Qindoomina Humnoota Ittisa Ibiddaa Magaalaa Adaamaa, Paarkii indaastirii Adaamaa, Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Magaalaa Bishooftuun to’atameera.

Sababni balaa kanaafi miidhaa balaan kun geessise qoratamaa akka jiru Itti gaaftamaan Bulchiinsaafi Nageenya Magaalaa Adaamaa Obbo Makiriyaa Dinquu ibsuu OBN gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.