Fana: At a Speed of Life!

Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka hin geenye ibsame

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka hin geenye ibsame.
Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka hin geenye hoji gaggeessaan buufata Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee ibsaniiru.
Hoji gaggeessaan buufata Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee Injiinar Kamaal Ahimad akka ibsanitti tarkaanfii olaantummaa seeraa mootummaan tibbana fudhachaa jiruun walqabatee Madda Anniisaa elektirikaa Takkazeerra miidhaan ga’eera oduun jedhu soba jedhaniiru.
Akka Dhaabbanni Pireesii Ityoophiyaa gabaasetti hidhi Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee anniisaa maddisiisa jiraachuu ibsaniiru.
Hidhicharraa miidhaan xiyyaaraan qaqqabeera oduun jedhu Dimts Wayyaanee fi Tigiraay Tvn odeeffama ture sobaa ta’uu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.