Fana: At a Speed of Life!

Maaraatoonii Duubaay Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan

Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Maaraatoonii Duubaayiin Atileetonni Itiyoophiyaa koorniyaa lameeniin injifataniiru.

Dorgommiin Dhiirotaan Atileet Addisuu Goobanaa yoo injifatu, Lammii Duumechaa 2ffaa, Dajanee Magarsaa 3ffaan akkasumas Abdii Fufaan 4ffaan xumuraniiru.

Dorgommii kana Dubartootaan ammoo Atileet Tigisti Katamaa injifachuu ragaan Duubaayitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Atileet Ruutii Aagaa 2ffaa, Dharraa Didhaa 3ffaa, Fooziyaa Jamaal 5ffaan xumuraniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.