Fana: At a Speed of Life!

Maanchister Sitii fi Niwukaastil Yuunaayited qabxii qooddatan

Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Piriimiyer Liigii Ingiliz torbee 6ffaan Maanchister Sitii Fi Niwukaastil qixa gaalabaniiru.

Tapha kilaboota lameen gidduutti gaggeeffameen 1 fi 1’n qixaan xumurameera.

Qabxicha hordofees Maanchister Siitiin qabxii 14’n yeroof piriimiyeer liigichaa yoo dursu Niwukaastil ammoo qabxii 11’n sadarkaa isaa fooyyessuun 5ffaarratti argama.

Tapha har’aa gaggeeffamuun Arseenaal-Leestar Siitii, Bireentfoordi–Westihaam Yuunaayitiid, Cheelsii-Biraayitaan, Eevartan -Kiristaal Paalaas waliin, akkasumas Nootiingihaam Foorest- Fuulhaam waliin ni taphatu.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.