Fana: At a Speed of Life!

Maanchiisteer Yuunaaytiid 5 – 1 Liidis Yuunaaytiid

Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 torbee jalqabaan Maanchiisteer Yuunaaytiid goolii 5 fi 1n Liidis Yuunaaytiid injifate.

Tapha baniinsaa Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 kaleessa galgala taphatameen Breentfoord 2 fi 0n Arsenaal injifachuun kan yaadatamuudha.

Sa’aatii 11:00 eegalee Cheelsiin Kiristaal Paalaas,Eevartan Saawuzhampitan waliin yoo taphatan,Noorwich Siitiin Liivaar Puul waliin sa’aatii 1:30 eegalee waliin falmatu.

Baru sa’aatii 12:30 taphni Tootanahaam Maanchiister Siitii waliin taasiisuu xiyyeeffannoo argateera.

Baddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.