Fana: At a Speed of Life!

Maamiltoonni haaraan kumni 426 ol fayyadamtoota lakkooftuu Elektirikaa ta’uu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Baajataa 2016 keessaa Maamiltoonni haaraan kumni 426 fi 290 fayyadamtoota lakkooftuu Elektirikaa ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.

Bara baajatichaa maamiltoota kuma 600’f lakkooftuu kennuuf karoorfatee, Maamiltoota kuma 426 fi 290 fayyadamoo taasiisuu ibseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.