Fana: At a Speed of Life!

Maaddii qooduun mallattoo jaalala biyyaa, yaadannoo michummaa miidhaginadha-Dooktar Abiy

Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Maaddii qooduun mallattoo jaalala biyyaa, yaadannoo michummaa miidhaginadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy, maaddii qooduun duudhaa keenya; kan qabnurraa qooduun; gammachuu waliif haa qoodnu, walii keenyaa haa deeggarru jechuun dhaamaniiru.

Kan qabnurraa waliif qooduun yaadannoowwan uumuun ayyaanicha tokkummaan haa dabarsinu jechuun gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dhaamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.