Fana: At a Speed of Life!

Luwiis Suwaareez Itermiyaamiitti makamuuf waliigaltee mallatteesse

Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Uraagaay Luwiis Suwaareez Itermiyaamiitti makamuuf waliigaltee mallatteessuun ibse.

Luwiis Suwaareez waliigaltee kontiraataa waggaa 1’n mallatteessuuni gabafameera.

Waliigalticha hordofees waahila isaa duraanii garee Baarseloonaa Liyoonel Meesii waliin kan wal argu ta’uun eerameera.

Luwiis Suwaareez turtii isaa Atileetikoo Maadiriid erga xumureen booda gara Garee Biraaziil Gireemiyootti imaluun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.