Fana: At a Speed of Life!

Loltoota leenjii bu’uuraa fudhachuun Raayyaa Ittisaatti makamaniif simannaan gootaa taasiifame

Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Loltoota leenjii bu’uuraa fudhachuun adda waraanaa Walloon Raayyaa Ittisaatti makamaniif simannaan gootaa taasiifameera.
Diinoonni tarkaanfii raayyaa ittisaan barbadaa’uun iddoolee qabatee ture gadi dhiisee dheeffaa jiraachuu ajejaa olaanaan adda waraanichaa tokko ibsaniiru.
Isinis abbaa injifannoo seenaa qabeessa kanaa ta’uuf adaraan isinitti laatameera jedhan.
Awwaalchi garee shororkeessaa ABUT wayita dhiyaateetti Raayyaa Ittisaatti makamuu keessaniif baga gammaddan jechuu isaanii ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.