Fana: At a Speed of Life!

Liiz Tiruuss Muummee Ministiraa Biriiteen yeroo itti aanuu ta’uun filataman

Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) –Liiz Tiruus Muummee Ministeera Biriiteen yeroo itti aanuu ta’uun filatamaniiru.
Liiz Tiruus morkataa ishee Riishii Suunaak injifachuun Muummee Ministiraa Biriiteen yeroo itti aanuu ta’uu mirkaneeffataniiru.
Filannoo gaggeeffameen Tiruus sagalee kuma 81 fi 326 argachuun yoo injifattu, Riishii Suunaak sagalee kuma 60 fi 339 argataniiru jedhame.
Maddi:-BBC
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.