Fana: At a Speed of Life!

Liigiin dubartootaa Paartii Badhaadhinaa raawwii hojii 2013 gamaggamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 26, 2013 (FBC)- Liigiin dubartootaa Paartii Badhaadhinaa raawwii hojii 2013 gamaggamaa jira.

Liigichi mata duree ‘tokkumaa sabdaneessaa badhaadhina waliinii” jedhuun guyyaa sabaa fi sablammootaa ummattootaa 15ffaa hootelaa Sharaataan Addisiitti kabajeera.

 

Preezdaantiin liigii dubartootaa paartii badhaadhinaa aadde Masarat Masqalee, biyyattitti sirni federaalaawaa fi deemikiraasawaan ijaaramuu fedhii ida’amaa dhala nama giddugaleessa kan taasisee akka ta’uuf tattaffiin taasifamuu dubbataniiru.

Saganticharratti mootummaan olaantummaa seeraa kabachiisuuf tarkaanfii fudhateen miseensoota raayyaa ittisa biyyaa arsaa ta’aaniif kadhataa yaadannoo taasisaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.