Fana: At a Speed of Life!

Liigiin dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa dargaggoota dhalattoota naannoo Tigraay Finfinnee jiraatan waliin marii gaggeeffame

Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Liigiin dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa dhalattoota naannoo Tigraay waliin magaalaa Finfinneetti marii gaggeeffame.
Kaayyoon waltajichaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuu fi deebisanii ijaaruu irratti ga’een dargaggootaa maal akka ta’uu qabuu fi bulchiinsa yeroo naannoo Tigraayitti hundaa’e keessatti hirmaannaa dargaggootaa cimsuufi jedhame.
Haala qabatamaa naannichaa yeroo ammaa, adeemsa jijjiirramaa keessatti ulaawwan naannoo Tigraay keessa turan, barbaachisummaa jijjiirramaa, hundeeffama Paartii Badhaadhinaa fi haleellaan ABUT dhumaratti raawwate akka ka’umsaatti mariif dhiyaatera.
Maricha itti aanaan Preezdaantii Liigii dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa fi hoggantoonni biroo dursaa jiru.
Dhimmoota waqtaawaa biyyaalessaa fi naannoo ka’umsa taasiisuun marii bal’aan gaggeeffameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.