Fana: At a Speed of Life!

Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Magaalaan Naqamtee Buna Yirgaa Caffee injifate

Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabiin Magaalaa Naqamtee goolii 2 fi 1n Buna Yirgaa Caffee mo’achuun injifannnoo isaa 4ffaa galmeesseera.

Kilabiin Magaalaa Naqamtee durfamuu irraa ka’uun Galchii daqiiqaa 75ffaa fi 84ffaarratti Tamasgeen Duubaa galcheen taphicha injifannoon golabuu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.