Fana: At a Speed of Life!

Liibiyaan godaantoota seeraan alaa 270 gara biyya isaanitti deebifte

Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Liibiyaan godaantoota seeraan alaa biyyoota Afrikaa fi Eeshiyaa 270 gara biyya isaanitti deebifteerti.

Godaantoonni kunneen harki caalu lammiilee Somaaliyaa, Niijeer, Chaad, Sudaan, Baangilaadiishii fi Naayijeeriyaa ta’uu eerameera.

Torbee darbes godaantoota Gaanaa 162 fi kan Maalii 137, akkasumas Baangilaadiish biyya isheerraa ari’uun kan yaadatamuudha.

Gondaansa seeraan alaa ittisuuf Ejansii dabalatee qaamolee dhimmi ilaallatu waliin hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera biyya keessaa Imaad Al Tiraabalsiin ibsuu Miidil Isti Mooniitar gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.