Leenjiin leenjistootaa ogeeyyii aartii Magaalaa Baatuutti kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Leenjiin leenjistootaa ogeeyyii aartii qindoomina Giddugala Aadaa Oromoo fi Yuunvarsiitii Naannoo Oromiyaan guyyoota 15’f Magaalaa Baatuutti kennamaa ture xumurameera.
Leenjichi aartii, muuziqaa, tiyaatira, fiilmii fi shubbisa irratti kan kenname tahuu himameera.
Leenjiin kun leenjifamtoota godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaa garaarraa dhufaniif kan kenname ta’uu OBN gabaaseera.
Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.