Fana: At a Speed of Life!

Leenjiin dandeettii cimsu ogeessota Kominikeeshinii Manneen Murtii Olaanaaf kennamaa jira

Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Leenjiin dandeettii cimsu ogeessota Kominikeeshinii Manneen Murtii Olaanaaf kennamaa jira.
Akka ragaan Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa irraa argame muldhisutti, Jalqaba leenjii kanaa irratti sagantaan wal baruu ogeessota Kominikeeshinii Mana Murtii Waliigalaa fi Manneen Murtii Olaanaa gidduutti gaggeeffameera.
Leenjichi dhimmoota gurguddoo 4 (yaada-rimee Komunikeeshinii, Komunikeeshinii dhaabbatummaa/organizational communication, Komunikeeshinii Mana Murtii/judicial communication fi rifoormii Manneen Murtii Oromiyaa) irratti xiyyeeffatee kan kennamu ta’a.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenyahttps://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.