Fana: At a Speed of Life!

Lammilee miiliyoona 3.7’f carraan hojii uumame -Pir. Shimallis Abdiisaa

Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) – Bara baajataa darbe keessa naannoo Oromiyaatti Lammilee miiliyoona 3.7’f carraan hojii uumamuu Pireezidaantii naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan himan.

Yaadama ” Carraan hojii ogummaan haa durfamuu ”jedhuun hojjetamaa turuu kaasaniiru.

Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan, dargaggoo dorgommaa fi oggummaa gonfate horachuuf leenjiin gara garaa kennamaa turuus himaniruu.

Hojjii barbaadoota miiliyoona 2.2’f leenjii gabaabaan kennuun IMX ‘n akka gurmaa’n taasiifamuu eeraniiru.

Bara kana dhaabbiin lammiilee miiliyoona 2.8, kan yeroo kuma 942’f carraan hojii uumamuu himaniiruu.

Liqaan Birriin biiliyoona 4.57 kennamuu fi maashina kuma 5 fi 631 Birrii biiliyoona 1 bituun dhiyeessun danda’amuu kaasaniiru.

Liqaa ala bule biiliyoona 1.2 keessaa harki 92 sassaabamuus himaniiru.

Muluu Waaqshumeetu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.