Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen miiliyoonni 37 fayyadamoo Inshuraansii Fayyaa hawaasaa ta’uu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Lammiileen miiliyoonni 37 fayyadamoo Inshuraansii Fayyaa hawaasaa ta’uu Ejansiin Inshuraansii Fayyaa Ityoophiyaa beeksise.
Daayreektarri galmee miseensotaa fi buusii Ejansichaa obbo Guddataa Abbabaa akka biyyatti lakkoofsi lammiilee miseensa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa ta’anii miiliyoonni 37 caaluu ibsaniiru.
Kanneen keessaa miiliyoonni 7 fi kumni 32 lammiilee buusii kaffalachuu hin dandeenye ta’uu isaaniin mootummaan kan uwwifame ta’uu ragaan Ejansiin Inshuraansii Fayyaa Ityoophiyaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.