Lammiileen kumni 2 fi 386 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Lammiileem Ityoophiyaa kumni 2 fi 386 har’a Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksiiseera.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin qindoomina qabu hojjetamaa jiraachuu himameera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.