Lammiileen kumni 1fi 8 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1fi 8 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 695 dhiiroota ,234 immoo dubartootaa fi 70 guddattoota ta’u ibsameera.
Sadaasa 12,2015 hanga ammatti lammiilee kumni 21 fi 421 gara biyyaatti deebi’u ragaan Ministeera Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.