Lammiileen kumni 1fi 200 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa rakkoo keessa turan kumni 1fi 200 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa kumni 1 fi 9 dhiiroota yoo ta’an 11 immoo ijoollee ta’uu eerameera.
Baatii Sadaasaa 12, 2015 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuuf hojjetameen hanga ammaatti lammiileen kumni 8 fi 988 deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.