Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kumni 1fi 188 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1fi 188 har’a balallii marsaa sadiin gara biyyaa deebi’aniiru.

Ebla 4, 2016 eegalee hanga ammaatti lammiileen kumni 37 fi 500 ol gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.