Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kumni 1 fi 254 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 254 har’a balallii sadiin gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota kanneen keessaa 340 dubartoota, 154 da’imman yoo ta’an, 764 dhiirota ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.