Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kumni 1 fi 204 gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 204 balallii marsaa Sadiin har’aa gaggeeffameen gara biyyaatti deebi’aniiru.

Deebitoota keessaa 934 dhiirota, 260 dubartoota 76 guddatoota umrii waggaa18 gadii fi 10 immoo daa’immaan reefu dhalatan ta’uun ibsameera.

Ebla 4, 2016 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jirun lammiileen kumni 68 fi 700 gara biyyaatti deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartoota fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.