Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kumni 1 fi 198 gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 198 gara biyyaatti deebi’aniiru.

Deebitoota keessaa kumni 1 fi 14 dhiirota, 134 dubartoota fi 23 daa’imman reef dhalatan yoo ta’an guddattoonni umriin isaanii 11 gadii 31 keessatti akka argaman ibsameera.

Lammiilee deebitootaaf kunuunsaa fi deeggarsa barbaachisaa taasisuun hojiin maatii isaaniin walquunnamsiisuu gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mu’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.