Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kumni 1 fi 187 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 187 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.

Lammiilee kanneen keessaa 772 dhiiroota yoo ta’an, 358 dubartoota 57 immoo ijoollee ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Sadaasaa 12, 2015 irraa eegalee hanga ammaatti lammiileen kumni 18 fi 280 gara biyyatti deebi’aniiru jedhame.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.