Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kumni 1 fi 169 gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 169 gara biyyaatti deebi’aniiru.

Lammiileen kunneen balalii marsaa sadiin har’aa gaggeeffameen kan deebi’an ta’uun ibsameera.

Deebitoonni hundi dhiiroota yoo ta’an kanneen keessaa 15 guddatoota umrii waggaa 18 gadii ta’uun eerameera.

Ebla 4,2016 irra eegalee lammiileen kumni 64 gara biyyaatti deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mu’isa..

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.