Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kumni 1 fi 106 gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 106 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.

Lammiileen deebi’an kunneen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa kan turan yoo ta’u guyyaa har’aa gara biyyaatti akka deebi’an taasifameera.

Hojiin lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessatti argaman gara biyyatti deebisuu cimee itti fufuu ragaan Ministeeraa Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.