Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 537 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 537 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Haaluma lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebiisuuf karoorfameen guyyaa guyyaan lammiileen hedduun deebi’aa jiraachuu ibsameera.

Lammiilee guyyaa kaleessaa deebi’an keessaa 118 dubartoota yoo ta’an 72 ammoo daa’immaan ta’uu Ragaan WaajjiraDubbii Himaa Ministeera Alaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.