Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 66 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 66 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 66 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.