Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 30 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 30 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.

Lammiilee kanneen keessaa kumni 1fi 22 dhiirota yoo ta’an 8 guddattoota ta’uu eerameera.

Lammiilee kanneeniif deeggarsiifi kunuunsi barbaachisaan taasifamuufiin hojiin maatiisaanii waliin walitti fiduu hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

Sadaasa 12, 2015 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuu hojjetameen hanga ammaatti lammiileen kumni 19fi 992 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.