Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan  kumni 1 fi 18  gara biyyaa deebi’uu ibsame.

Lammiilee gara biyyaa deebi’an keessaa 919 dhiirota ta’uufi 99 ammoo dubartoota ta’uu ragaan waajjira Dubbi Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.