Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 5 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 5 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 51 daa’immaan, 319 dubartoota yoo ta’an, 635 dhiiroota ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni muul’isa.
Hojiilee lammiilee kanneen gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiruun hanga ammaatti namoonni kumni 20 fi 900 gara biyyaa deebi’uu himameera.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.