Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 30 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa turan kumni 1 fi 30 gara deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 4 daa’immaan ta’uu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.