Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 256 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessa turan kumni 1 fi 256 guyya har’aa gara biyyaatti deebi’aniiru.

Kanneen deebi’an keessaa 233 daa’immanii fi guddattoota umriin isaanii waggaa 18 gadii ta’uun eerameera.

Lammiilee deebi’aniif deeggarsaa fi kunuunsi barbaachisaan taasifamuun bakka qophaa’eef qubsiifamuu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.