Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 22 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 22 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 991 dhiiroota, 24 dubartootaa fi 7 ammoo guddatoota umrii waggaa 18 gadii ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.