Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Har’a barii eegalee balalliiwwan 3 taasiifameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 173 Saa’uud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Waliigala Bitootessa 21,2014 eegalee lammiileen kumni 2 fi 111 gara biyyaa deebi’aniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.