Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa Jarmanii fi Ameerikaa jiraatan torbee kan gara biyyaa kana dhufan ta’uu beeksiisan

Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Jarmanii fi Ameerikaa jiraatan torbee kana gara biyyaa dhufuuf qophii xumuruu beeksiisaniiru.
Lammiileen kunneen turtii Faanaa Broodkaasting Korporeet waliin Interneetiin taasiisaniin iddoolee garee shororkeessaa ABUTtiin barbadaa’an daawwachuun deebisanii dhaabuuf karoora yeroo gabaabaa fi dheeraa qabachuu isaanii ibsaniiru.
Iddoolee ga’umsa Turizimii daawwachuurra darbee biyya jiraachaa turanii beekkumsa horatan biyya isaaniif qooduuf qophii ta’uu kaasaniiru.
Duula olola sobaan waraanaa keessa kan galan Miidiyaalee biyyoota lixaa afaan qabsiisuuf qophaa’uu isaanii fi daa’imman sababa waraanaan maatii dhabanii fi ragaa qabeenya barbadaa’ee qabachuun hojii saaxiluu kan hojjetan ta’uu miseensonni ‘waldaa lammiin lammiif jedhu ‘Ameerikaa Bulchiisa Siiyatiil ibsaniiru.
Balaay Tasfaayetu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.