Lammiileen Ityoophiyaa fi Eertiraa Finlaand Heelsiinkiitti sochii ‘No More’ gaggeessan
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa fi Eertiraa hiriira balaaleffannaa gidduuseentummaa biyyoota dhihaa Finlaandi Heelsiinkiitti gaggeessaniiru.
Hiriira kanarrattis lammiileen kunneen dhiibbaa siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaa irratti taasifamaa haqaa qabeessaa fi madaalawaa miti jechuun sagalee isaanii dhageessisaniiru.
Akkasumas oddeeffannoo sobaa miidiyaaleen biyyoota dhihaa fi Ameerikaan dhimma Ityoophiyaa irratti tamsaasaa jiranis dhaabuu akka qaban gaafataniiru.
Dabalataanis lammiileen kunneen ajjeechaa fi qabeenya barbaadeessuu garee Shororkeessa ABUT balaaleefachuu isaani ragaan Jarmaanitti Imbaasiin Ityoophiyaarra argannee ni muul’dhisa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.